Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
kimbilaachisuu go.
GAO

akka kimbil jedhu gochuu.

kimbilaachuu go.
GAO

1.utuu hinbeekin tasa kufuu. 2. tasa du'uu; Dhukkubni onnee utuu hinbeekin na kimbilaache. 3. ajjees...

kimbilchuu go.
GAO

1.qodaa dhugaatii, fakkeenyaaf burcuqqoo jala qabatanii waan keessa jiru battalatti afaanitti garaga...

kimira ad.
GAO

midhaan sirritti hingayin yookiin hinbilchaatiin, corqaa; Kimiriin boqqolloo nyaataaf hinta'u.

kindii
GAO

"qindii" ilaalaa.

kiraa ma.
GAO

tajaajila yeroo murametti gatii isaa kaffalanii argatan; Mana kiraa ji'a ji'aan gatii isaa kaffalu.

kiraara ma.
GAO

mi'a taphaa kan kirriin toora shan qabu, gajjallaadhaan kan teepha quba lama gidduutti abamee rukuta...

kireessuu go.
GAO

kiraa kennuu.

kiristaana ma.
GAO

duuka buutuu amantii kiristaanaa, nama Kiristoosiin hordofu; Inni Kiristaana.

kiristinnaa ma.
GAO

amantii barumsa Yesuus Kiristoos barsiise irratti hundeeffame.

Kiristoos ma.
GAO

1.maqaa ulfina qabeessa, kan Yesuus erga cuuphamee booda ittiin waamamu, maqaa kabajaa, muudamaa. 2....

kirrii ma.
GAO

1. jirbii qaqal'aa foyame. 2. amantii kiristaanaa, keessattuu warra Ortodoksii; Kiristaana ture kirr...

kisaarsuu
GAO

"kasaarsuu" ilaalaa..

kisii ma.
GAO

1.  golee uffata irratti hodhamu; Kiisiin koo nitarsa 'e. 2.  horii. balleessaa hojjetaniif kennam...

kitaaba ma.
GAO

1.macaafa. 2. kudhaama.

kitaabbachuu go.
GAO

kudhaama hidhachuu.

kitaabbii
GAO

"katabbii" ilaalaa.

kitaabuu go.
GAO

kitaaba yookiin kudhaama itti kaa'uu.

kitii ma.
GAO

maqaa saree; Kitii! kitii! jennaan sareen koo fiigdee na bira dhufte.

kitimaa ma.
GAO

1.qalma yookiin gorra'a horii, kan dhibee irraa fayyuuf godhamu; Seera Arsiitti dhukkuba irraa fayyu...

Sponsors