kiraara ma.

GAO

Hiika

mi'a taphaa kan kirriin toora shan qabu, gajjallaadhaan kan teepha quba lama gidduutti abamee rukutan, gara irraadhaan quba shanan wal duraa duuba kaasaa kan tuttuqaa sagalee dhageessisan.
Sponsors