kitimaa ma.

GAO

Hiika

1.qalma yookiin gorra'a horii, kan dhibee irraa fayyuuf godhamu; Seera Arsiitti dhukkuba irraa fayyuuf kitimaa qalu. 2. aarsaa yookiin lubbuun badiisa (akka waan tokko argamuuf yookiin akka waanti tokko hintaaneef kan godhamu); Bilisummaa ofii argachuun kitimaa guddaa gaafata.
Sponsors