Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kimbilchuu go.
kimbilchuu go.
GAO
Hiika
1.qodaa dhugaatii, fakkeenyaaf burcuqqoo jala qabatanii waan keessa jiru battalatti afaanitti garagalchuu; Ganama ganama aannan burcuqqoo tokko kimbilchee hojii dhaqa. 2. jala qabanii battalatti gadi gombisuu yookiin jigsuu; Miillaan itti bu'ee aannan ro'oo guutuu kimbilche.
Sponsors