Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
kam .dha.
GAO

sagalee waan baay'ee eessaa waan barbaadan addaan bafachuudhaaf ittin gaafatan; hoolaa kam bitta? Mu...

kamisa ma.
GAO

guyuaa roobiifi jimata gidduu jiru.

kan ad.
GAO

waan maqaan isaaaddaan bayee hinbeekamin tokko yookiin akkaataan isaa waan hinbeekamin tokko ibsuudh...

kana ma.dha.
GAO

waan namatti dhiwoo Jiraatee sagaleen agarsiisan; Sana miti, kana naaf kenni.

kanaaf da.go.
GAO

sababii waan kanaan dura ta'e Yookiin waan Jedhame yookiin waan himame irraa ka'ee waan fuulduratti ...

kanateeraa ma.
GAO

uffata shamizii Jalatti uffatamu, kan jirbii irraa hojjetamu (yeroo baay'ee).

kandii ma.
GAO

boorsaa saantimaaf birri1 keessa keewwatan, qalqalloo xinnoo.

kanfalachuu go.
GAO

gatii namni nama irraa qabu baasuu;Buusii kee utuu hinkanfalatin hafte.

kanfaluu 1 go.
GAO

liqaa liqeeffatan deebisuu,galchuu.

kanfaluu 2 go.
GAO

1.dahaaf ciniinsifachuu; Sa'i koo dhaluudhaaf kanfalaa jirti. 2. akka malee nyaatanii garaan nama dh...

kanfoleeasa ad.
GAO

dargaggeessa yookiin dargaggeettii.

kanniisa ma.
GAO

1. gosa bararoo, kan tisiisaan wal fakkaattu, gaagura keessatti damma dammeesitu. 2. nama akka kanni...

kantaraa ad.
GAO

kan kantare; Aannan kantaraa yoo danfisan niciccita.

kantaruu go.
GAO

wanti duraan akka bishaanii dhangala'aa ture 'eega qilleensi tuqee booddee, dhangala'uu dhiisee wal ...

karaa biraa da.go.
GAO

jecha ittiin yaada adda addaa lama wal bira qabanii ilaalan; Deemsi kee bayeessa, karaa biraa ammoo ...

karaa ma.
GAO

1. lafa namni yookiin konkolaataan irra deemu, kan bakka tokkoo qabee bakka biraatti nama geessu. 2....

karfaffaawuu go.
GAO

karfaffuun roobuu; Bokkaan gara mana keessaatti ol karfaffaaye.

karfaffeessuu go.
GAO

akka karfaffuun roobu gochuu; Dibaabee as gara kootti qabdee bokkaa natti karfaffeessite.

karfaffuu ma.
GAO

bokkaa dalga roobu.

karkarroo ma.
GAO

bineensa bosonaa, kan akka booy'ee kalaadii qabu,kan foon isaa nyaatamu.

Sponsors