karaa ma.

GAO

Hiika

1. lafa namni yookiin konkolaataan irra deemu, kan bakka tokkoo qabee bakka biraatti nama geessu. 2. akkaataa, haala; Karaa hojiin kun ittiin hojjetamu irrati dubbachuu barbaachisa. 3. raga dhimma nama ilaallatu; An karaa kootiin waanan dubbachuu fedhu raawwadheera.
Sponsors