Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kanfaluu 2 go.
kanfaluu 2 go.
GAO
Hiika
1.dahaaf ciniinsifachuu; Sa'i koo dhaluudhaaf kanfalaa jirti. 2. akka malee nyaatanii garaan nama dhukkubuu; Utuu baay'ee nyaachuudhaa baatee akkas hinkanfalu.
Sponsors