Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kanaaf da.go.
kanaaf da.go.
GAO
Hiika
sababii waan kanaan dura ta'e Yookiin waan Jedhame yookiin waan himame irraa ka'ee waan fuulduratti ta'uuf Jiruuf hundee ta'u; Dura qarshii na irraa liqeeffattee turte, ta'ullee naaf hindeebifne, kanaaf lamaffaa waanan siif liqeessu hinqabu; Barana bokkaan hinjiru, kanaaf bara hara dhufu biiyyi nibeela'a.
Sponsors