Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
kuruphee ma.
GAO

bineentii daggalaa, tan akka kuruphisaatti deemtu,tan bosonuu irra gabaabbattu, tan foonni ishee nya...

kuruphisa ma.
GAO

bararoo miilla afurii, kan buusaan miilla isaa duddaa ol oolu, kan yeroo deemu ol uutaalu, kan marga...

kuruphisuu go.
GAO

akka kuruphisaatti asiifi achi utaaluu, deemuu; Maaliif na irra kuruphista, gadi hinteessuu?

kuruu go.
GAO

waan akka soogiddaa, shukkaaraa, waan biraatti makuu; Shaayee kanatti shukkaara 2tti naa kuri.

kuruuruu 1 ma.
GAO

dhoqqee hoolaan,re'een, w.k.f. buuftu, kokorii, shishii.

kuruuruu 2 ad.
GAO

kan lafatti gadi dhiwoo, gabaabaa gadi, dinkii ol, gidduu kan Jiru; Nama kuruuruu iJoolleen hiiyaa s...

kusaayee
GAO

"sukaaree" ilaalaa.

kushaa
GAO

"muxxee" ilaalaa.

kuta ma.
GAO

kan irraa cite hafe; Buddeen kutaa tokkon nyaadhe.

kutaa 2 ma.
GAO

ola manaa yookiin gar tokkee mana keessaa, kan gorroon yookiin dureedhaan addaan bawu; Manni kutaa h...

kutaa 3 ma.
GAO

1. naxalaan lama walitti hodhamee kan bareedaaf yookiin gaafa ayyaanaa uffatamu; "Kutaa foyii, naxal...

kutachiisuu go.
GAO

1.akka ofiif kutatu gochuu, murachiisuu. 2. sa'a rifach11suudhaan, fakkeenyaaf jabbiin utuu hodhaa J...

kutachuu go.
GAO

1. waan qara qabuun ga gar baafachuu, qooddachuu; foon gargar kutachuu. 2. quba harkaatiin harkisani...

kutamuu go.
GAO

irraa citee gargar bawuu; "Qubni madaaye jedhanu of irraa hinkutan".

kutataa ad.
GAO

nama waan yaade tokko yookiin waan abbale tokko utuu iddoon hingayiin hindhiifne;"Shumburaan galaadh...

kutii ma.
GAO

dubbii nama wal dhabsiisu, oduu hammeenya qabu.

kuttee
GAO

"kutuu 1" ilaalaa.

kutti. je.
GAO

jecha ittiin handaaqqoo yookiin lukkuu waaman.

kuttuu ad.
GAO

nama nama addaan baaftu yookiin wal-lolchiistu darbanii deemuu; "Erga waraabessi kuteeti sareen dutt...

kutuu 2 go.
GAO

1. waan qara qabuun muranii gargar baasuu. 2. quba harkaatiin harkisanii haadha isaa yookiin iddoo i...

Sponsors