Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kutuu 2 go.
kutuu 2 go.
GAO
Hiika
1. waan qara qabuun muranii gargar baasuu. 2. quba harkaatiin harkisanii haadha isaa yookiin iddoo isaa irraa addaan baasuu. 3.firri lamaan akka addaan ba'an gochuu. 4. abdii dhowwachuu; Dubbii garaa nama kutu dubbachuun bayii miti. 5. washalaa ijoollee irraa muruu. 6. horiin waan ittiin hidhamte gargar cirtee deemuu.
Sponsors