Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kutaa 3 ma.
kutaa 3 ma.
GAO
Hiika
1. naxalaan lama walitti hodhamee kan bareedaaf yookiin gaafa ayyaanaa uffatamu; "Kutaa foyii, naxalaa hinfoyinii, anuu shaggaa keeti na Jalaa hinboyinii." 2. sadarkaa biyyaa jalatti, akka bulchuuf tolutti, bakka addaan hirame yookiin qoodame; Kutaa biyya Waloo; Kutaa biyya Baalee.
Sponsors