kutachuu go.

GAO

Hiika

1. waan qara qabuun ga gar baafachuu, qooddachuu; foon gargar kutachuu. 2. quba harkaatiin harkisanii haadha isaa yookiin iddoo isaa irraa waan barbaadan sana addaan baasanii fudhachuu; Burtukaanii kutachuu; Midhaan kutadhuu nyaadhu. 3.fira ofii irraa addaan ba'anii hafuu, yeroo baay'ee hammeenya nama irratti hojjetameen kan ka'e; Garaa firaaf kutachutin nama rakkisa. 4. yaada ofi1 1ddoon gawuuf waadaa ofif seenuu; Waan yaada ofii bakkaan gaachuuf kutatanii ka'uu feesisa. 5. ijoolleen yookiin daa'imni dhaqna qabachuu, kittaanachuu; Washalaa kutachuun ljoollummaadhaan. 6. funyoo yookiin hidda ittiin hidhamte walitti baaftee yookiin addaan baatee deemuu; "Gaangeeri hidhaa kutatte jennaan, ofittuu gabaabsite" jedhan.
Sponsors