Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
kottaawuu go.
GAO

1. qorra yookiin dhukkuba irraa kan ka'e harki yookiin miilli diriiruu diduu. 2. dhaqni goggoguu, qo...

kotte duudaa ma.
GAO

1. horii kotteen isaa baqaqaa hintaane, kan foonni isaa hin nyaatamne, waan akka gaangee, harree, fa...

kottee ma.
GAO

1.luka horii, keessumattuu kan ittiin lafa ejjetan. 2. miilla namaa; Kotteen kee haa cabu.

kotteessuu go.
GAO

1.akka kottaawu gochuu. 2. rakkina keessa galchuu; Rakkinni kotteessee utuu isa qabuudhaa baatee inn...

kottoonfachuu go.
GAO

miilla gara jilbaatti ol deebisuu yookiin cabsuu, keessumattuu yeroo rafu Kottoonfatee rafa.

kottoonfii ma.
GAO

gocha kottoonfachuu.

kottu go.
GAO

sagalee nama tokkicha ittiin waaman; Kottu nideernnaa!

kubbaa ma.
GAO

waan geengoo gogaa yookiin gommaa irraa hojjetamu, ken keessi isaa qilleensaan guutamee miillaan yoo...

kuburaawaa ad.
GAO

kan kuburuu qabu.

kuburaawuu go.
GAO

kuburuu godhachuu.

kuburuu ma.
GAO

dhiita xixinnoo kan sababii hubaatiin wayii gogaa irraa gayeef uumamu yookiin ababii dhukkubaatiin d...

kudha fu.
GAO

lakkoobsa tokkoo hamma sagaliitti jiran irratti dabalamee yaada "kudhan" jedho. kan tokkoon tokkoon ...

kudhaa ad.
GAO

nama harki badii yookiin miidhaa qofa hojjetu, kan harki isaa lafa hinbuune, fakkeenyaaf yoo dhagaa ...

kudhaama. ma.
GAO

caaffata gogaa keessatti hodhamee dhibee adda adqaa irraa nama oolcha yookiin fayyisa jedhanii morma...

kudhaamamuu go.
GAO

kudhaamni mormatti kee amuu; Qoricha tokko mormatti kudhaammate.

kudhaamuu go.
GAO

kudhaama mormatti hidhuu. 2. waan turee booddee ga'a jedhamee amanamu namaaf kaa'uu; Eebba koon siif...

kudhanii
GAO

"kudha" ilaalaa.

kufaatii ma.
GAO

lafa dha'iisa.

kuffisuu go.
GAO

1. akka lafa dhawu yookiin jigu gochuu. 2. akka qormaata yookiin qorumsa hindarbine yochuu;Beekaa qo...

kufuu go.
GAO

1 lafa dhawuu, jiguu; Eenyutu siree irraa kufee? 2. (barumsa keessatti) qorumsa yookiin qormaata dar...

Sponsors