Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kubbaa ma.
kubbaa ma.
GAO
Hiika
waan geengoo gogaa yookiin gommaa irraa hojjetamu, ken keessi isaa qilleensaan guutamee miillaan yookiin harkaan ittiin taphatan, kowaasii; Kubbaa harkaa; Kubbaa miillaa; Kubbaa washadoo, jedhamanii addaan bawu.
Sponsors