Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kufuu go.
kufuu go.
GAO
Hiika
1 lafa dhawuu, jiguu; Eenyutu siree irraa kufee? 2. (barumsa keessatti) qorumsa yookiin qormaata darbuu dadhabuu; Qorumsa kufe. 3. (biyya bulchuu eessatti) taayitaa irraa ka'uu; Hayila Sillaaseen bara 1975 A.L.O. taayitaa irraa kufe.
Sponsors