kuffisuu go.

GAO

Hiika

1. akka lafa dhawu yookiin jigu gochuu. 2. akka qormaata yookiin qorumsa hindarbine yochuu;Beekaa qormaata na kuffise. 3. akka taayitaa irraa kufu gochuu.
Sponsors