jabbii yookiin daa'ima harma gachiisuu, akka hinhoone gochuu; Mucaa ishii waggaa sadiitti harma guuf...
1.waan nama jalaa hirdhate itti ida'atanii afaaniin ga'achuu; Callaa gootaraa, girdii dogoogoo guuta...
1.wanni hirdhuu ta'e itti ida'amee afaaniin ga'amuu, akka guutu godhamuu. 2. amma afaaniitti itti na...
halkan halkan odoo hinta'in yeroo guyyaadhaa; Hirribaaf halkanuu si gayaa guyyaa guyyaa koot...
1.halkan odoo hinta'in yeroo guyyaa. 2. dura oggaa dhalatan odoo hinta'in erga dhalaanii turanii bo'...
1. yeroo erga biiftuun baatee qabee amma biiftuun lixxutti argamu, Guyyaa guutuun si eegaa oole. 2...
yeroo gara saafaatti yookiin guyyaatti siikfachuu; Ganamaan hindhufinii guyyaasifadhuu koottu.