guutachuu go.

GAO

Hiika

1.waan nama jalaa hirdhate itti ida'atanii afaaniin ga'achuu; Callaa gootaraa, girdii dogoogoo guutachuu wayya. 2. dubbiin sirriitti namaa galuu, hubachuu. 3.waan yaadan bakkaan ga'achuu; Yaada keewoo guuttattee amma maaltu si hafee? 4. baay'isanii waa gudunfachuu yookiin qabachuu; horii guuttatee  amma
 hinqabdu.
Sponsors