guyyaa ma.

GAO

Hiika

1. yeroo erga biiftuun baatee qabee amma biiftuun lixxutti argamu, Guyyaa guutuun siĀ  eegaa oole. 2. yeroo aduun saafa'u. 3.torban keessaa gaafa tokko; Akkan manatti si eegu guyyaa dhuftu natti himi. 4. gaafa sirnaa yookiin gaafa du'aa; Amma fe'es dhibaman guyyaa ofii malee hindu'an.
Sponsors