guyyaa keessa da.go.

GAO

Hiika

1.halkan odoo hinta'in yeroo guyyaa. 2. dura oggaa dhalatan odoo hinta'in erga dhalaanii turanii bo'a, erga guddatanii booda; Daa'imni kun yeroo dhalatte naguma,  guyyaa keessa jaamte malee. 3. yeroo qeerrummaa odoo hinta'in suubboo erga ta'anii booda; Tana qeerrummaan odoo hinta'in guyyaa keessa fuudhe.
Sponsors