Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
919 Jechoota
gubaalessaa ma.
GAO

muka baalli iaaa qofti irraa gubatee jalatti hafu.

gubacha
GAO

"gubata" ilaalaa.

gubachuu go
GAO

1. O'inni abiddaa, aduu yookiin danfaa nafa tuquu. 2 waan gadhee arganii yookiin dhaga'anii baay'ee ...

gubamuu go.
GAO

abiddaan, aduudha yookiin danfaan hubamuu, gubachuu, o'inni waan ta'ef qabachuu.

gubanii ma.
GAO

muka cufannaa balbala jala dalga ciisu, balballi irra dhaabbatu, bidiruu.

gubannaa
GAO

gubata ilaalaa.

gubata ma.
GAO

1. o'a abiddaa, aduu yookiin danfa tuqama, gubacha 2. aarii guddaan nama qaba yookiin namatti dhaga'...

gubataa
GAO

1. kan o'inni waan ta'ee hara malee tuqe, kan gubate;Ani buddeena gubataa hinnyaadhu 2. nama baay'is...

gubattuu ad.
GAO

1. waan abiddi, danfi yookiin aduun guba . 2. dubartii dubbii yookiin lola guddistu. 3. tan baay'ee ...

gubbaa da.go.
GAO

1. gara ol'aanu, ala odoo hinta'in; Mana gubbaa koreeti ijaare. 2.iddoo ol fagaatu, baddaa; Asii sit...

guchii ma.
GAO

gosa allaatti tan hara malee kaattu, tan lafa irra malee waaqa keessa hinkaanne, guddinaan tan hunda...

guchuma ma.
GAO

mi'a  aannan itti naqan, qabee isa guddaa.

gudda ma.
GAO

saqqii yookiin qabattoo dheeraa gogaa irraa hojjetamu.

guddaa ad.
GAO

1.kan furdina yookiin dheerina qabu; Muka guddaa sana fidi. 2. kan baay'ee ta'e, Gatiin isaa guddaad...

guddachuu go.
GAO

1.lakkoofsaan baay'ee ta'uu. 2. hojjaa (dheerina) argachuu. 3. qabeenya, beekumsa yookiin taayitaa a...

guddadhaa go.
GAO

jabaadhaa, dheeradhaa, ... jechuuf kan nama ulfeessan yookiin nama baay'ee ittiin eebbisan.

guddadhu go.
GAO

jabaadhu, dheeradhu yookiin qabeenya, beekumsa yookiin taayitaa argadhu jechuuf nama 'eebbisuu.

guddata
GAO

"guddina" ilaalaa.

guddataa ad.
GAO

1.kan baay'ee ta'e. 2. kan dheeraa ta'e.

guddattuu ad.
GAO

dubartii guddina, ulfina yookiin kabaja argachaa deemtu.

Sponsors