yaada, barbaada yookiin badada dhabuu; Guddisa daa'imaatiif giddii dhabuun sirrii miti.
fedha, jaalala yokiin barbaada malee waa hojjecha, dirqii; Giddiitu na qabe malee hindhufuyyu.
fedha, barbaada yookiin jaalala malee waa hojjechiisuu; Yoo didellee akka dhufu giddisiisuu giddoo "...
1. kan waa lama gidduu jiru. 2. kan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabaa yookiin dheeraa, furdaa yookiin ...
1. tan waa lama gidduu jirtu. 2. tan guddaa yookiin xiqqaa, gabaabduu yookiin dheertuu, furdoo yooki...
1. waan lama wadhakkaa, jidduu;Funyaan ija lamaan gidduu jira. 2.yeroo adda addaa, tibba, samoona;Gi...
1. namatti toliisa dhaba, rakkoo. 2. waan gaarii hinta'in, hammeenya; Nama gidiraa hojjetuuf yoomuu ...
nama rakkoo keessa jiru, rakkataa. 2. nama waan hamaa namatti hojjetu yookiin namatti yaadu.
1. dubartii rakkoo keessa jirtu, rakkattuu. 2. dubartii hamaa namatti hojjettu yookiin yaaddu.