Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
warasuu go.
GAO

irraa fudhachuu, saamuu; Seera malee horii irraa warasuun wanjala. 2. ofitti fudhachuu, dhuunfachuu,...

Waree ma.
GAO

1 . guyyaa walakkaa, sa'aa.

wareega ma.
GAO

1 . waadaa galiisa. 2. kan waadaa seenaniif waan kennamu; Ayyaana  abbaatiif wareega galchite: 3. k...

wareegamuu go.
GAO

wareegaaf kennamuu; Kormi akkana miidhagu wareegamuun baay'ee garaa na nyaate.

wareeggachuu go.
GAO

wareega himachuu yookiin kennachuu; Ilma argachuuf korma wareeggate.

wareegsisuu go.
GAO

akka wareegu gochuu.

Wareeguu go.
GAO

waadaa galuu, waaqatti kennuu, Horii wareeguun du'a hin oolchu.

wareera
GAO

"warakkaba" ilaalaa.

wareersuu
GAO

"warakkabsiisuu" ilaalaa.

wareeruu
GAO

"warakkabuu" ilaalaa.

wargana ad.
GAO

bifa adiifi gurraacha makatu, booruu yookiin burree; Sa'a warganatu jalaa bade.

warqacha ma.
GAO

qamadii dura gawu; warqachi dhiyaana simbiraati.

warqee 1 ma.
GAO

biqiltuu baala babaldhaafi dhedheeraa mudhii isaa irraa kaasee ol ijaajju magarsu, kan fakkeenyaaf b...

warqee 2
GAO

"warqii 1" ilaalaa.

warqii ma.
GAO

gosa sibiilaa kan jifaara mormaa, qubaa, yookiin gurraa irraa qopheessan; Kaadhimaaf gutichaa warqii...

warra ma.
GAO

abbaafi haadha; Daa'imni warra hinqabne amala baddi. 2. haadha manaa, niitii; Jaarsi warra hinqabne ...

warra qaalluu ma.
GAO

1. sanyii qaalluudhaan bulan, nama qaalluu qabu; Warri qaalluu fageeti bula. 2.warra hangafa abbaa g...

warraaqa ma.
GAO

oliifi gadi deemicha yookiin socho'a.

warraaqsa ma.
GAO

jabina, dhabiisa, socho'a, olii gadi raafama. 2. ka'iisa Yookiin diddaa ummataa; Ummatni hacuuccaa ...

warraaqsuu go.
GAO

Oliifi gadi sochoosuu, raasuu.

Sponsors