Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
warra ma.
warra ma.
GAO
Hiika
abbaafi haadha; Daa'imni warra hinqabne amala baddi. 2. haadha manaa, niitii; Jaarsi warra hinqabne jiruun itti hintolu. 3. abbaa manaa; Dubartiin warra hinqabne of eeguu ishii barbaachisa.
Sponsors