Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
warqee 1 ma.
warqee 1 ma.
GAO
Hiika
biqiltuu baala babaldhaafi dhedheeraa mudhii isaa irraa kaasee ol ijaajju magarsu, kan fakkeenyaaf baala isaatiin daabboo tolfatan, hundee isaa affeelanii nyaatan yookiin dhandha isaa soqanii bullaa irraa hojjetan.
Sponsors