Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
walakkaa fudhachuu go.
GAO

hojjetanii qixxeetti addaan fudhachuu; Namni lafa hinqabne walakkaa fudhateeti jabaatee qotata.

walakkaa qotuu go.
GAO

lafa ormaa qotanii callaa abba lafaa wajjin qixxeetti addaan fudhachuu.

walakkeessuu go.
GAO

walakkaa taasisuu.

walaloo ma.
GAO

tuuta dubbii bareedinaaf gaggabaabina of keessaa qabdu, tan yaada gadi fageenya qabu ittiin ibsan, t...

walawwala
GAO

"foksa" ilaalaa.

walawwalachuu go.
GAO

ofiif jedhanii foksuu.

walawwalamuu
GAO

"foksamuu" ilaalaa.

walawwalsiisuu
GAO

"foksiisuu" ilaalaa.

walawwaluu
GAO

"foksuu" ilaalaa.

walbobeessuu go.
GAO

wal gubuu, wal aarsuu.

waldaa ma.
GAO

iddoo lagni walitti makamu; Waldaa lagaa irratti bishaanni namicha nyaate. 2. iddoo wanni ta'e lama ...

waldhaansoo ma.
GAO

tapha nama lamaa, kan inni tokko isa biraa kuffisuuf mudhii wal qabanii wal raasan yookiin wal jarja...

walee ad.
GAO

qabeenya iddoo tokkotti qaban, walitti kan horan; Qabeenyi walee rakkinaaf nama hinqaqqabu.

walee ma.
GAO

sirba namni tokko qofti yookiin lama ta'anii wal jalaa qabanii sagalee qaldhisanii dheeressanii sirb...

waleensuu ma.
GAO

gosa mukaa kan yeroo baay'ee hededa lagaa irratti margu, kan mukaafi baalli isaa qoraattii qabu; wal...

walguuma ma.
GAO

seera wal ga'ii irratti namoota argamuun isaan barbaachisu keessaa walakkaa yookiin harka sadii kees...

walii ad.
GAO

waan gocha dura galee tokko kan biraatiif, kun sanaaf waan ta'e gochuu agarsiisu; Walii dhiisuu, wal...

walii bawuu go.
GAO

walii ijibbaachuu, garaa waiii kutachu ; Namni walii baye walitti hin aaru.

walii beekuu go.
GAO

garaa walii laafuu yookiin fedha walii beekuu; Hiriyaan himata malee walii beekti.

walii dhiisuu
GAO

"walii tufuu 1" ilaalaa.

Sponsors