bifa haaraa baasuu, lalisuu; Maal nyaattee akkas tuntuntee? 2. furdachuu, gabbachuu.
biyyee mixiin walitti guurtee keessa jiraattu. 2. mixii baay'inaan biyyee walitti guurame jala jiru.
1. biyyee rimmi.(rirmi) walitti guuree keessa jiraatu. 2. rimma (rirma) baayinaan biyyee walitti guu...
dhimma ofiitiif tuquu; Abidda kana itti tuqadhu mulluun dafee haa bilchaatuu; Qotiyyoo kana itti tuq...
1 . waan tokkoon yookiin nama biraatiin suuta itti bu'arnuu; Uffanni kun harka xuriitiin akka hintuq...
akka harkaan yookiin waan biraatiin tuqu gochuu. 2. arrabaan waraansisuu, arrabsiisuu. 3. qoricha na...
1. dhaqnaan itti bu'uu; Harka xuriitin uffata koo tuquu dhiisi. 2. harka wayyaa jalaatiin yookiin da...
waanti tokko yeroo nita'a yookiin nidhufa jedhame irraa gara boodaatti hafa, yeroo dabarsa; "Tura ya...
haphee mukaa kan yeroo abiddatti nam'u aarri isaa urgaawu, waan akka ixaanaa kan bifti isaa ashaboo ...
1. nama dubbataa jiruuf waan dubbatamaa jiru sana jala jalaa afaan biraatti jijjiiree himu; Turjumaa...