Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
torban 2 ma.
GAO

bultiin ji'a tokkoo bakka afuritti qoodamee qooda tokko; Jalqabni torbanii Wiixata yammuu ta'u, dhum...

tortora ma.
GAO

har malee jiidha. 2. jiidhee baay'ee lafa turuudhaan kan ka'e foolii ajaa'aa qabacha.

tortoraa ad.
GAO

kan tortore. 2. narna sodaataa, sodaa irraa ka'uudhaan kan dhimma hinbaasne; Tortoraan booree hinbaa...

tortorsuu go.
GAO

akka tortoru gochuu.

tortortuu ad.
GAO

1. tan jiidhaan turtee foolii ajaawu 'uurnrnatte. 2. dubartii qulqullina ishii hineegganne.

tortoruu go.
GAO

1. jiidhaan yeroo dheeraaf turuudhaan foolii ajaawu uumuu; Foon tortoru ajaa'a. 2. akka malee bilcha...

totolchuu go.
GAO

bareechanii qopheessuu, qixeessuu; Keessummaa fideen dhufaa mana kana totolchii na eegi. 2. waan bad...

totolfachuu go.
GAO

 ofiif jedhanii bareechanii qopheeffachuu, qixeeffachuu; Qajjii shaashii  totolfatteeti ganamaan b...

tottolchuu
GAO

"totolchuu" ilaalaa.

tottolfachuu
GAO

"totolfachuu" ilaalaa.

towachiisuu
GAO

"toohachiisuu" ilaalaa.

tti fu.
GAO

jecha maqaai, irratti fufamee bakka wanti tokko itti ta'e agarsiisuu; Biyyatti gale; Karaa irratti n...

tu fu.
GAO

jecha maqaa yookiin gocha irratti dabalamee waayeen waan sanaa cimsamee jabaatee dubbatamuu isaa aga...

tubbaa ma.
GAO

kirrii maraa tokko, kan warshaa keeseatti qophaawu.

tuca mixii
GAO

"tuqaa mixii" ilaalaa.

tuf jechuu go.
GAO

battala, tasa biraan bawuu.

tufa ma.
GAO

waan afaan keessa jiru yookiin gorora afuuraan darbatanii baasa.

tufaatii ma.
GAO

waan laagaa namaa keessaa tufamu.

tuffachuu go.
GAO

yaada namaa yookiin hojii isaatiif ilaalcha yaraa qabaachuu. 2. ulfina yookiin kabaja dhowwachuu.

tuffannaa
GAO

"tuffii" ilaalaa.

Sponsors