1. reeffa horii du'ee, keessumattuu eega bakkeetti gatamee booda kan fooliin ajaawu. 2. waan akka re...
akka raqaa ajaawuu, xiraawuu; Afaan isaa raqa raqa jedha; Dubbiin kee raqa raga jedha!
1.dhowaa yookiin baqaqaa kan akka birilleefi burcuqqoo irratti mul'atu. 2. lafa jijjiidhaa laga qarq...
1. mi'a wal duraa duubaan naquu; Foon jaji'ii raradhu. 2. mi'a ofii raroodhaan marachuu yookiin xaxa...
dugdatti raroon uffifamuu, keessumattuu horii uffifamuu, keessumattuu horii fe'umsaa yookiin yaabbii...
1.gogaa hoolaa kan irra taa'a yookiin dugda horii irratti ba'aa itti fe'an. 2. gogaa hoolaa yookiin ...
1. (namni yookiin wanti biraa) gubbaadhaa wayiin qabamanii yookiin waa qabatanii lafa hanqatanii q...
1. Lafa hanqisanii baachuu; Ba'aa rarraafatee deema. 2. mi'a ofii wayitti fannisuu; Mana yammuu seen...
1 . akka rarra'u gochuu. 2. dubbii murtee irraan utuu hingayin dhiisuu; Dubbii rarraasuu.
teepha yookiin funyoo mi'a ittiin rarraasan; Rarraatoo gaaguraa hiiteeti kanniisni bade.
1. olii gadi yookiin asiifi achi sosochoofamuu. 2. gaddi namatti dhaga'amuu;Mucaan haati irraa duute...
1. akka raaw'atu gochuu; Hojii kana sittin dhiisee deemaa naa rawachiisi. 2. lubbuu keessaa baasuu y...
1.waan ofii, keessumattuu mucaa ofii rukuttaadhaan adachuu; Hucu kee kana reebbachuu baannaan amala ...
tapha kisaaraa yookiin qumaaraa keessatti abbaan nyaatame horii isaa falmachuu; Horii kee maaliif ny...