Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
ragaa bawuu go.
GAO

waan beekan nama dhimmi isaa ilaalu biratti dhiyaatanii himuu.

ragaa ma.
GAO

1. waan waan ta'e tokko dhugaa ta'uu isaa mul'isu, ibsu; Namoota barsiisuuf leenjisamaniif waaqati r...

ragada ma.
GAO

sirba ceekuu wal qabatanii, miillaan lafa dhiitaa sirban.

ragadduu ad.
GAO

tan ragada sirbitu yookiin sirbu.

ragaduu go.
GAO

ragada sirbuu.

ragduu ad.
GAO

tan raaga dubbattu, raajjuu.

rahaana ma.
GAO

Marga fooliin urgaawu, kan akka nyaata urgeessuuf keessa buusan, basoobilaa, ashunshuraara; Baaduu k...

rajiijjii ma.
GAO

nafa akka sombaa lallaafu, kan garaacha biratti margee dhama midhaan garaa namaa keessaa daaku of ke...

rajoo
GAO

"rajiijjii" ilaalaa.

rakabilee ma.
GAO

maqaa jabaataa kan hoggaa qophaawu daakuun itti baay'ate.

rakkachuu go.
GAO

qabeenya of harkaa dhabuu, hiyy6omuu.

rakkataa ad.
GAO

1.nama qabeenya hinqabne, hiyyeessa. 2. kan yaada qajeelaa hinqabne; Yaanni namittii rakkattuu kanaa...

rakkina ma.
GAO

1. qabeenya dhaba, hiyyuma; Eega horiin jalaa dhumtee rakkina guddaa irra jira. 2. dhiphina, waan fa...

rakkisaa ad.
GAO

kan rakkina namatti uumu; hojiin isaa rakkisaadha.

rakkoo
GAO

"rakkina" ilaalaa.

rakoo ma.
GAO

qalma yeroo fuudhaa ulaa irratti qalamu, kan dhiiga qalma akkasii irra misirroon lamaan tarkaanfatan...

ramadaana ma.
GAO

Yeroo hordoftoonni amantii Islaamaa itti sooman; Ramadaana keessa guyyaa waan tokkoyyuu nyaachuun dh...

randa ma.
GAO

1. qaama horii kan dugdaa qabee hamma eegeetti argamu; Qotiyyoo qonnaa dide randa isaa garafu. 2. ma...

randee
GAO

"randa"  ilaalaa.

Randoo
GAO

"randa" ilaalaa.

Sponsors