rahaana ma.

GAO

Hiika

Marga fooliin urgaawu, kan akka nyaata urgeessuuf keessa buusan, basoobilaa, ashunshuraara; Baaduu keessa rahaana yoo buusan ni' urgeessa.
Sponsors