Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
randa ma.
randa ma.
GAO
Hiika
1. qaama horii kan dugdaa qabee hamma eegeetti argamu; Qotiyyoo qonnaa dide randa isaa garafu. 2. maddii yookiin cinaa lafa ol ka'aa, dugdee yookiin dugda lafaa.
Sponsors