Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
rakkina ma.
rakkina ma.
GAO
Hiika
1. qabeenya dhaba, hiyyuma; Eega horiin jalaa dhumtee rakkina guddaa irra jira. 2. dhiphina, waan fala keessaa ittiin ba'an hinqabne; Mucaa dhalattuu natti dhiiftee adeemtee rakkina natti uumte.
Sponsors