Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
qimamii ma.
GAO

waan waan tokko urgeessu yookiin mi'eessu, kan tumanii yookiin daakanii wayitti makan; Waxiin qimami...

qimmiichisuu
GAO

"qimmiidsisuu" ilaalaa.

qimmiidamuu go.
GAO

qimmiiddaan adabamuu; Mucaan waan qimmiidameef booya.

Qimmiiddaa ma.
GAO

quba yookiin qeensa lamaan qabanii dhukkubsa; Ijoolleen harcummee irra qimmiiddaa sodaatti.

qimmiidsisuu go.
GAO

akka qimmiidu gochuu.

qimmiiduu go.
GAO

quba yookiin qeensa lamaan qabanii dhukkubsuu; ijoolleen waan badaa yoo hojjette qimmiiduu barbaachi...

qimxoo ma.
GAO

baaduu ititee dhamni keessaa baye, ayibii; Qimxoo dhadhaa irra buusaniiti nyaatu.

qincaabii ma.
GAO

funyoo fiixa qaccee irratti foyanii yookiin itti gudunfanii ittiin qotan; Qincaabii ganamaan foyatee...

qincaba ma.
GAO

buusaa yookiin firee harbuu fakkaatu, midhaan mukaa.

qincee ma.
GAO

qamadii, garbuu yookiin boqqolloo hororamee affeelame, kan dhadhaan yookiin zayitii midhaaniitiin ma...

qindii ad.
GAO

qeentee kan hinta'in, cimdii; Baadiyyaatti qotiyyoo qindiin qabeenya guddaadha.

qinqinaa'uu go.
GAO

qinqinii godhachuu.

qinqineessuu go.
GAO

akka qinqinii godhatu gochuu.

qinqinii ma.
GAO

1. uumama shifii, kan muka gogaa nyaatee hoffeessu; Mukni qinqinii godhate ni burkutaa'a. 2.injiraan...

qinxaa ma.
GAO

uumamaa daara nyaatu, bilii; Daarri yoo ukkaamame qinxaa godhata.

qinxirii ma.(qaanii)
GAO

qaama hormaata dubartii.

qinxissaa ma.
GAO

gosa binsingaa kan dhamsa (dhama) mi'aawu, kan hagadaadhaaf jecha facaafatan, gumaa; Qinxissaa gurgu...

qiq gochuu go.
GAO

1. jabeessartii walitti hidhuu; Marga funyoodhaan qiq godheeti baatee  gale. 2. uffata irraa jala g...

qiraacii ma.
GAO

cabaa suphee; Baadiyyaatti abidda qiraachiidhaan haadhatu yookiin baatu.

qirana ad.
GAO

qara mi'a akka haamtuu; Haamtuu dhagaatti yoo rigan qiranni ni dooma.

Sponsors