qincee ma.

GAO

Hiika

qamadii, garbuu yookiin boqqolloo hororamee affeelame, kan dhadhaan yookiin zayitii midhaaniitiin makamee nyaatamu, hangoo; Qinceen garbuu anniisaa ta'a jedhama.
Sponsors