qimmiiduu go.

GAO

Hiika

quba yookiin qeensa lamaan qabanii dhukkubsuu; ijoolleen waan badaa yoo hojjette qimmiiduu barbaachisa malee waanuma arganiin rukutuun gaarii miti.
Sponsors