Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qinqinii ma.
qinqinii ma.
GAO
Hiika
1. uumama shifii, kan muka gogaa nyaatee hoffeessu; Mukni qinqinii godhate ni burkutaa'a. 2.injiraan handaaqqoo, siisi'oo; Qinqiniin dhaqna nama guba.
Sponsors