cufaa okolee, xuwwee, w.k.f.,,kan al tokko tok.ko bishaan, farsoo, w.k.f. ittiin dhugan. qadaada jil...
"qadaadan ilaalaa. qadaaduu go. waanta banaa ta'e w-aan tokkoon cufuu, dhoksuu, akka hinmul'anne goc...
1. qadaadaan cufachuu. 2. akka hinmul'anne gochuu, dhoffachuu; Haati na a deesse mudaa namaa qadaadd...
qotiisa namni qotiyyoo hinqabne nama qotiyyoo gabuuf qotee boodammoo ofiif qotatu; Narnni qafee qotu...
1. bakkatti deebi'a; Kan qajeela bade dafee hinfayyu. 2. amala godhacha; Kan qajeela didu gabaa hind...
1. bakkatti deebisuu; Ulee jalataa abiddatti karkarsanii itti qajeelchu. 2. karaa qabsiisuu; Horii b...
1. bakkatti deebifachuu; Qaama cabe qajeelfachuu ogeessa bira deeme. 2. waa kennanii araarfachuu; Ji...
1. daba tan hinqabne; Dagalee qajeeltuu murateeti gale. 2. hammeenya tan hinqabne; Mucaa qajeeltu to...
1. bakkatti deebi'uu. 2. karaa qabachuu, deemuu. 3. amala godhachuu, leenjifamuu. 4. hammeenya dhabu...
rifeensa mataa yookiin gogaa horii; Horiin akka dhukkubsate qajjiisa buqqisaniiti ilaalu.
1. foon dhaqnaa kan haphatu, huqqataa. 2. foyaa jirbii kan maagii irra qal'atu. 3. dhangala'aa furri...