waan nagadi ittiin geggeeffamu qopheessanii yookiin kennanii akka namni biraa ittiin hojjetu gochuu,...
bittaafi gurgurtaa, mi'a yookiin tajaajila namaaf dhiyeessanii bakka isaa ammoo horii fuhacha, dalda...
gosa sibiilaa, kan birrii sibiilaa fakkaatu; Gareen tokko garee biraa wajjln morkatee sadaffaa yoo b...
1.kan sareen tuqxe; aanti sareen irraa nyaattee hate najaasa. 2. waan qulqullina hinqabne, gadhee, x...
nama biyya keessatti dhalatee guddate, kan dhiigaan warra naannoo jiran wajjin tokkummaa qabu; "Namn...
1.nama ijoollummaa fixate, ga'eessa; Ijoolleefi nama guddaa wal qixxeetti hinkabajan. 2. nama kabaja...
1. nama dhiisanii bakka duraan turanitti deebi'uu; Ijoolleen guddisaa nama irraa galuu hinooltu. 2. ...
1. uumama miilla lamaan deemu, kan yaaduufi hubbachuu danda'u (dhiira, dubartii yookiin lamaanuu wal...
agiboodhaan nama arrabsuu; Namni fuulaafi fuulatti nama arrabsuu irra dhoksaadhaan nama qaari'uu foy...
dafanii waan nama barbaachisu namaaf gochuu; Jaarsichi rakkina irratti namaa oo'uu beeka.
1. dubbiidhaan nama barbaaduu; Akka ati naaf deemtu dura naaf gale. 2. yammuu oofan, hojjetan waanti...
hammeenya karaa malee nama irratti oolameef aariin namatti dhaga'amuu, gadduu; Yammuu namni biraa ha...
namni waan tokko argachuu isaatiif gammachuu namatti dhaga'amu yookiin dhabuu isaatiif hamaan irra g...