Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
nama irraa galuu go.
nama irraa galuu go.
GAO
Hiika
1. nama dhiisanii bakka duraan turanitti deebi'uu; Ijoolleen guddisaa nama irraa galuu hinooltu. 2. waanti akka machii yookiin aarii nama dhiisuu; Aariin kee si irraa galeeraa?
Sponsors