namaa(f) gammaduu go.

GAO

Hiika

namni waan tokko argachuu isaatiif gammachuu namatti dhaga'amu yookiin dhabuu isaatiif hamaan irra gawuu isaatiif jaalala qaban agarsiisuu; Ilma godhannaan namni namaa gammada; Rakkina ofii irratti namni namaa gammadu diina ofiiti.
Sponsors