Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
nama ma.
nama ma.
GAO
Hiika
1. uumama miilla lamaan deemu, kan yaaduufi hubbachuu danda'u (dhiira, dubartii yookiin lamaanuu walitti qabaatti); Bineensi kan nama irraa adda ta'eef sababa yaaduufi dubbachuu hindandeenyeef; Namni du'a qofa dadhabe. 2: uumama onnee qabeessa; Mee! yoo nama taate kottuu qabaa kee tokko natti buusi! Isheen nama! waan tokko hinsodaattu.
Sponsors