Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
nadheen ma.
GAO

dubartii ykn dhalaa tan heerumte.

nadhii 1 ma.
GAO

damma gagaan keessaa bayee akka bishaanii dhangala'u, walalaa.

nadhii 2 ad.
GAO

kan akka nadhii mi'aawu; Dubbiin isaa nadhii qaba.

nadhuu go.
GAO

akka malee hawwuu, dhara'uu

nafa godhachuu go.
GAO

foon baasuu, furdachuu, gabbachuu.

nafa ma.
GAO

ijaajjii yookiin dhaabbii namaa, kan rifeensa mataatii qabee hamma qeensa miillaatti jiru, dhaqna; A...

nafa nafa da.go.
GAO

ariitiidhaan, jarjarsuudhaan; Nata nafa bu'iitii deemi!

nafa qabeessa ad.
GAO

kan foon gabbataa, furdaa.

nafa qabeettii ad.
GAO

dubartii foon qabdu, furdoo, gabbattuu.

nafaqaa ma.
GAO

gargaarsa namni cokko namaaf kennuu; Haati isaa dulloomnaan nafaqaaf ofitti fudhate.

nafsee
GAO

"nabsee" ilaalaa.

nafsee godhachuu
GAO

"nabsee godhachuu" ilaalaa.

nafseen nama harkatti baduu
GAO

"nabseen nama harkatti baduu" ilaalaa.

nafseen taphachuu
GAO

"nabseen taphachuu" ilaalaa.

naga dhabeessa ad.
GAO

1. yeroo hundaa waan goolii duwwaa nama yaaduufi hojjetu; Nama naga dhabeessa wajjin jiraachuu hinfe...

naga qabeessa ad.
GAO

1.nama waan nagaa duwwaa yaaduuf hojjetu. 2. nama dhibee hinqabne.

naga qabeettii ad.
GAO

1.dubartii waan nagaa duwwaa yaadduufi hojjettu. 2. dubartii dhibee hinqabne.

nagaa dhaamuu go.
GAO

akka nagaadhaan jiraatan hawwii ofii dhageessisuu yookiin karaa namaa erguu; Nagaa natti dhaamu male...

nagaa ma.
GAO

1 . dhukkubni dhabamsa, fayyaa; Akkam ati nagaadhaa? nagaa galata Waaqayyoo! 2 . rakkinni, waraanni,...

nagaaritii gaazexaa ma.
GAO

gaazexaa seera mootummaan biyya Itoophiyaa baasu irratti barreeffamu.

Sponsors