nagaa dhaamuu go.

GAO

Hiika

akka nagaadhaan jiraatan hawwii ofii dhageessisuu yookiin karaa namaa erguu; Nagaa natti dhaamu malee, akkasitti cal jedhee hindeemu, Achi taa'ee nagaa natti dhaame.
Sponsors