naga dhabeessa ad.

GAO

Hiika

1. yeroo hundaa waan goolii duwwaa nama yaaduufi hojjetu; Nama naga dhabeessa wajjin jiraachuu hinfeesisu. 2. kan dhaqni isaa fayyaa hinqabne; Namni naga dhabeessi hojii humnaa danda'ee hinhojjetu.
Sponsors