Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
nagaa ma.
nagaa ma.
GAO
Hiika
1 . dhukkubni dhabamsa, fayyaa; Akkam ati nagaadhaa? nagaa galata Waaqayyoo! 2 . rakkinni, waraanni, waldiddaan dhabamsa; Durillee loltuu ture, amma garuu biyyi nagaa ta'eera.
Sponsors