Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
luggachuu go.
GAO

luggee ta'uu; Mataan nama luggachuu.

lugna ad.
GAO

kan sodaatu, dabessa  jagna hinta'in, kan dura dhaabbatee loluu hindandeenye. lugaaf jagna haadhuma...

lugneessuu go.
GAO

akka lugna ta'uuf sodaachisuu; Ijoollee waa hundaan sodaachisuun lugneessuudha.

lugnoomsuu
GAO

"lugneessuu" ilaalaa.

lugnoomuu go.
GAO

lugna taasifamuu yookiin lugnu .maan namatti dhaga'amuu. lugnummaa waan nama lugnatti dhaga'amu, Mat...

luq uma ma.
GAO

nyaata akka malee afaan guutanii nyaatan, humacha, tuqacha.

luqqa'aa ad.
GAO

1.kan luqqa'e. 2. hiyyeessa, rakkataa gar-malee; Inni hiyeessa luqqa'aadha.

luqqa'uu go.
GAO

1.gogaan irraa qunca'uu; Dhukkubsatee gogaan irraa luqqa'e. 2. gar-malee deeguu, hiyyoomuu; Bakka ho...

luqqaatuu ad.
GAO

1. kan.baayee qal'ate, quncaatuu. 2. hiyyeettii lukkuun qooxii hiniyyine, homaawuu kan hinqabne; Hiy...

luqqeettuu ma.
GAO

lafee taa'aa bitaafi mirgatti argamu; Luqqeettuun yoo nama dhukkube taa'umsi nama rakkisa.

luqqifachuu go.
GAO

1.bakka dhokfamee ture keessaa butanii as ifatti baafachuu; Cuuphee namatti luqqifachuu. 2. gala irr...

luqqifamuu go.
GAO

1. golee keessa dhokfamee, keessaa butamee bawuu; Cuupheen namatti luqqifamuu. 2. qunca'uu; gogaan i...

luqqisaa 1 ma.
GAO

qalqalloo gogaa tumaalessa re'ee irraa tolfamu.

luqqisaa 2 ma.
GAO

maraxii Jirbii, foyaa Jirbii kan guutee irraa baye; Jirbii luqqisaa afurtaman lafaa qaba.

luqqisaa 3 ad.
GAO

nama Jirbii luqqisu.

luqqisuu go.
GAO

1.gogaa, rifeensa, w.k.f. irraa kaasuu, buqqisuu; Jirbii luqqisuu; Dhukkubi gogaa nama irraa luqqisa...

luqquumuu go.
GAO

luqquuma nyachuu; Inni rogaan midhaan hinnyaatu, luqquwnu malee itti hintolu.

luucca'aa ad.
GAO

kan luuccaa ta'e.

luuccaa ad.
GAO

rifeensa mataa lallaafu, rifeensa qiciicaa hinta'an; Rifeensa luuccaan nama hinrakkisu.

luuccessuu go.
GAO

akka luucca'u taasisuu, gara tokkotti wal duukaa jigsuu yookiin ciibsuu; Qilleensi xaafii luuccesse.

Sponsors