Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota (Ramaddii: GAO)
14,032 Jechoota
laadana ma.
GAO

gundoo quunnaa digdama( iddoo tokko tokkotti qunnaa shan) fuudhu yookiin baatu.

laafaa ad.
GAO

jiidha kan qabu; Lafa laafaa. 2. kan dhaqni isaa jabaa hintaane,daddabaa, yaraa; Namni laafaan maayi...

laaffifachuu go.
GAO

bishaaniin Jufachuu; Boqqolloo gogaa bishaanin laaffifatan malee daakuun hindanda'amu. 2. akka hin j...

laaffisuu go.
GAO

akka laalu gochuu. 2. humna fixachiisuu; Adurreen hantuuta laaffisuu malee hinnyaattu.

laaftoo ma.
GAO

muka badda dareefi gamrnoojJiitti biqilu, kan cileen, babatteen, mooyyeen, w.k.f. irraa qophaawu; Da...

laaftuu ad.
GAO

1. kan humna hinqabne, humna yarii. 2. kan harka hino'ine yookiin daddafiidhaan kan hinhojjenne; Ise...

laafuu go.
GAO

1. jiidhuu, keessumattuu bishaaniin; Gogaan laafee sukkuumama. 2. humna tlhabuu; Laafuun mallattoo d...

laagaa ma.
GAO

afaan keeessatti bakka ol ka'ee arrabaa olitti argamu. 2. karaa sagaleen afaan namaa keessaa bawu; N...

laagaan cufamuu go.
GAO

haasa'uu dadhabuu; Laagaan isaa dhukkubaan cufame.

laalaa ma.
GAO

1. dhukkuba yammuu sibiilli nama muru, abiddi nama gubu, w.k.f., namatt1 dhaga'amu; Ammallee laalaan...

laalannaa ma.
GAO

laalaan namatti dhaga'ama. 2. Arrabsoo namaa namatti dhaga'ama.

laaleffachuu go.
GAO

laalaan yookiin dhukkubbiin isaa namatti dhaga'amuu.

laalesauu go.
GAO

akka laalaan yookiin dhukkubbiin itti dhaga'amu gochuu.

laallachuu
GAO

"ilaallachuu" ilaalaa.

laallannaa
GAO

"ilaallachuu" ilaalaa.

Laallibalaa 1 ma.
GAO

1. maqaa biyyaa kutaa biyya Walloo keessatti argamu.

laallibalaa 2 ma.
GAO

namoota lafa barii iyyaa balbala namaarra deeranii kadhatan. 3. nama wacee haasa'u; Laallibalaan kun...

laambobachuu go.
GAO

dhoqqeedhaan maragachuu yookiin lolla'achuu.

laambobamaa ad.
GAO

kan laambobame.

laambobamuu go.
GAO

1. dhoqqeedhaan lolla'amuu, maragamuu; Manni kun dhoqqeedhaan laambobamu malee qorra galcha. 2.dhoqq...

Sponsors