laafuu go.

GAO

Hiika

1. jiidhuu, keessumattuu bishaaniin; Gogaan laafee sukkuumama. 2. humna tlhabuu; Laafuun mallattoo dadhabbiiti. 3. du'a jala gawuu; Namtichi dhukkubu sun laafuun isaa hinoolle.
Sponsors