Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
laafaa ad.
laafaa ad.
GAO
Hiika
jiidha kan qabu; Lafa laafaa. 2. kan dhaqni isaa jabaa hintaane,daddabaa, yaraa; Namni laafaan maayii hinbaafatu. 3. kan dhukkubaan dadabee du'aaf dhiyaate; Mucaan isaa laafaadha, waan du'a irraa hafu hinfakkaatu.
Sponsors